Seenaa Biirichaa | History

1965 ALI

Bara 1965 ALI Hundeeffame

Dhaabbanni tajaajila bishaan dhugaatii fi dhangala’aa magaalaa Ciroo  mana qopheessaa magaalaa ciroo jalatti bara 1965 irraa eegalee tajaajila bishaan dhugaati fi dhangal’aa magaalaa ta’ee hundeeffamee, jiraataa magaalatiifi uummata baadiyyaa naannoo magaalaa jirataanif tajaajila bishaan dhugaatiif oolu pirojektiin hojjetameentajaajilakennaa ture .

 

Hojjattoota 10

Hundeeffama Wajirichaa yeroo jalqabaa

[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

1974 ALI

Waajjira Irra Deebiin Gurmeessuu

Bara 1974 tti dhaabbanni kun   mana qophessa bulchinsaa magala  jala seenee rakkoo dhiheessii bishaan dhugaatii furuuf ijaarsi piroojektii bishaan dhugaatii gaggeeffamun tajaajila bishaan dhugaatii hawaasichaatiif kennaa kan ture yoo ta’uu,

 

Hojjattoota 50

Hojjattoota Wajirichaa 

[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

1996 ALI

Irra deebiin gurmeessuun itti fufe…

dhuma bara 1996 A.L.H irraa eegalee dhaabbata tajaajila bishaan dhugaatii fi Dhangal’aa ta’uun of-danda’ee boordiin akka bulu labsii qaama raawwachiiftuu bulchiinsa mootummaa naannoo oromiyaa Lakk.78/1996 baaseen gurmaa’insa haaraawwan ijaaramee yeroo ammas galii gurgurtaa bishaanii irraa argamuun baasii isaa  of danda’ee ergama kennameef bahaa jiru ta’u.
 

Hojjattoota 75

Hojjattoota Wajirichaa 

[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

2003 ALI

Gurmaa’insi Irra Deebiin Itti Fufeera..

Bara 2003ALI irraa eegalee hanga har’aatti isaan keessaa sadii (Bishaan, Albuudaa fi Inarjii) deebi’anii Biiroo tokko jalatti Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii, Albuudaafi Inarjii tahuudhaan caaseffame

Hojjattoota 100

Hojjattoota Wajirichaa 

[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

2011 ALI

Gurmaa’insi Irra Deebiin Itti Fufeera..

Erga Dhaabbanni lamaan isaanii labsiin lakkoofsa 162/2003ALI walitti makamee Biiroo Albuudaa fi Inarjii Bishaan Oromiyaa jedhamee moggaafamee booda bara 2011ALI irraa eegalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa jalatti Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Ciroo maqaa kanaan hojjechaa jira

Hojjattoota 175

Akkasums yeroo ammaa

  • maddoota bishaanii boollaa irraa guyyaatti  M3  4000 ( kuma afurii ol ) omishuun ,
  • maamila dhuunfaa dhaabbata daldala 306 ,
  • dhaabbileemootummaa 144  fi
  • mitimootummaa 191,
  • manneen amantaa 50 fi industirii 
  •  

waliigalattimaamila 12469 ta’aniifbaay’inaa uummata 131000 tilmaamamuuf tajaajila bishaan dhugaatii namoota magaalaa fi naaannoo isheetti argamaniif kennaa kan jiru ta’uu.

Ibsi armaan olitti qohaa’ee kun sirrii fi dhugaa ta’uu mallaattoo keenyaan ni mirkaanneessina.

[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

NU ARGACHUUFNu argachuun. Salphaadha.

    BILBILA
    +251-931-726-757
    ARGAMA
    Naannoo Oromiyaa, Godinaa Arsii Lixaa , Aanaa Nageelle Arsii
    WIX - JIM
    8:30AM - 5:30PM
    Dh.Taj.B.Dhug.Dha.CS (CSWSSSE)
    https://cwssse.oromiawater.org/oaveejup/2024/01/Chiro-sire-logo.png

    Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Ciroo-Siree | CSWSSSE (Chiro-Sire Water Supply and Sewerage Services Enterprise)

    Connect with us
    +251-

    Subscribe to out newsletter today to receive updates on the latest news, releases and special offers. We respect your privacy. Your information is safe.

      Copyright ©2023 HNS-WSSSE. All rights reserved | Powered by: OICT Solutions