WHAT WE DOAbout Us

We create experiences and build products that make business grow.

Maqaa Dhaabbatichaa : Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Ciroo-Siree

CSWSSSE (Chiro-Sire Water Supply and Sewerage Services Enterprise)

Dh.Taj.B.Dhug.Dha.CS (Dhaabbata Tajaajila Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Ciroo-Siree )

ጭሮ-ስሬ የመጣጥ ዉሃና ፊሳሽ አገልግሎት ድርጅት

0123456789001234567890Baroota Tajaajilaa
012345678900123456789001234567890                     ,012345678900123456789001234567890                     +Uumataa Tajaajilamanii
0123456789001234567890                     +Gandoota
012345678900123456789001234567890                     +Baay'inna Hojjattoota Biirichaa

OUR MISSIONDh.Taj.B.Dhug.Dha.CS (CSWSSSE )

Dhaabbatichii Boordiin kan buluu taée Hojii Geggeessaa fi itti aanaa Hojii Geggeessaa kan qabuuf isaan jelatti Ammoo Daayrekitoreetii baayinaan 9 fi hojjigeeggeesaa Damee lama ofijelattii kan qabatu dha.

MUL'ATA (VISION)
  • Dhaabbata Tajaajila Bishaan Dhugaatii fi Dhangala’aa Ciroo-Siree uummannii magaalotaa fi Baadiyaa Ollaa Magaalotaa Jiraatan hundi faayyadamtoota bishaan qulqulluu ta’uu akkasumas lamii fayyaa qabeessaa ta’ee Omishaa fi Omishitummaa guddisee biyyaa jijjiiruu danda’e arguu dha
ERGAMA(MISSION)
  • Dhaabata Tajaajila Bishaan Dhugaatii fi Dhangala’aa Ciroo-Siree  humna bishaan amma jiru irratti hundaa’uun babalina magaalotaa fi Hawwaasa Baadiyaa Ollaa Magaalotaa Jiraatan fedhii maamilloota yeroodhaa gara yerootti dabalaa dhufuuf kenniinsaa tajaajila sadarkaa ol’aanatti foyyeessuun namni hundi fayyadamaa bishaan qulqulluu akka ta’u gochuudha.
CALL TODAY
+251 0931726757
E-MAIL
tinefikadu361@gmal.com
WAAJJIRA( OFFICE)
Naannoo Oromiyaa, Godinaa Harargee Lixaa , Aanaa Ciroo
https://cwssse.oromiawater.org/oaveejup/2024/01/Abubakar-Umar-Alii-Hoji-Gaggeessaa-Dhaabbatichaa.jpg

Obbo Abubakar Umar Alii

Hojii Gaggeessaa Dhaabbatichaa
  • CAREER & EXPERIENCE
  • AWARDS & RECOGNITIONS

Enthusiastic, Results-oriented Manager with experiences on-boarding, developing, and motivating high-performance teams that consistently produce upwards the growth of the company.

Efficiently enable enabled sources and cost effective products. Completely synthesize principle-centered information after ethical communities. Efficiently innovate open-source infrastructures via inexpensive materials.

Featured Management Team Members

https://cwssse.oromiawater.org/oaveejup/2024/01/Abubakar-Umar-Alii-Hoji-Gaggeessaa-Dhaabbatichaa.jpg

Obbo Abubakar Umar Alii

Hojii Gaggeessaa

https://cwssse.oromiawater.org/oaveejup/2024/01/Oromiyaa-Mahammad-Daayirektoreetii-Karooraa-fi-Baajataa.jpg

Adde Oromiyaa Mahammad

Daayirektoreetii Karooraa fi Baajataa

https://cwssse.oromiawater.org/oaveejup/2024/01/Gizaw-Abbabaa-Daayirektoreetii-Galii.jpg

Obbo Gizaw Abbabaa

Daayirektoreetii Galii

https://cwssse.oromiawater.org/oaveejup/2024/01/Shimakit-Baqqalaa-Daayirektoreetii-Qabbeeyna-Humna-Namaa.jpg

Obbo Shimakit Baqqalaa

Daayirektoreetii Qabbeeyna Humna Namaa

https://cwssse.oromiawater.org/oaveejup/2023/02/ad3.jpg

Obbo Kadiir Edaassoo

Daayirektara Bulchiinsaa Bittaa fi Faayinaansii

https://cwssse.oromiawater.org/oaveejup/2023/02/ae1.jpg

Obbo Abduroo Qaawweettii

Daayirecktara Galii

https://cwssse.oromiawater.org/oaveejup/2023/02/af3.jpg

Obbo Kadiir Abdallaa

Daayirektara Omishaa Bishaaniif Qulqulinnaa

https://cwssse.oromiawater.org/oaveejup/2023/02/cropped-loogooo.png

Addee Almaazi Zawudee

Daayirektara Oditii

KENNA TAJAAJILAA KENNA TAJAAJILAA

Dh.Taj.B.Dhug.Dha.CS (CSWSSSE)
https://cwssse.oromiawater.org/oaveejup/2024/01/Chiro-sire-logo.png

Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Ciroo-Siree | CSWSSSE (Chiro-Sire Water Supply and Sewerage Services Enterprise)

Connect with us
+251-

Subscribe to out newsletter today to receive updates on the latest news, releases and special offers. We respect your privacy. Your information is safe.

    Copyright ©2023 HNS-WSSSE. All rights reserved | Powered by: OICT Solutions